Channel
This channel shares news from publicly available sources for informational purposes only. We are not affiliated with the BBC News Afaan Oromoo. All copyrights belong to their respective owners.
Updated: 2026-09-13
Ministirri Muummee Itoophiyaa Abiy Ahimad yaa'ii walta'iinsa biyyoota BRICS Hindii gaggeeffame biratti dureewwan garagaraa waliinis mari'ataniiru. via BBC News Afaan Oromoo https:/…
Oladeemaan ganna 15 bidiruu galaana cabbaa'aa Alaaskaa Beeriing jedhamu keessa dhidhimtee turte yaabbatee guyyootaaf dabarsuun booda baraarame. via BBC News Afaan Oromoo https://if…
Lola Yaman keessatti hammaateen namoonni yaadda'aan Galaana Diimaa ce'un gara Jibuutii seenuu aangawaan olaanaa biyyattii dubbatan. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/9cpqe2T
Konkolaattonni boba'aa baataniifi boottee jedhamanii waamaman Lixa Oromiyaatti gubachuu BBC'n viidiyoowwan qoodamanirraa mirkaneesse. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/5HILK…
ALI Bara 2018 Itoophiyaa keessatti wantoota ijoo siyaasaa, nageenyaafi kaan baay'eetu mudate. via BBC News Afaan Oromoo https://ift.tt/nas4Zz1
Torbe dura Pirezidantiin Keeniyaa Wiliyaam Ruutoon lammiilee biyya alaa daldala xixiqqaa hojjetan irratti tarkaanfiin akka fudhatamu ajajuu hordofee sodaan uumame. via BBC News Afa…
Deenise Kooskoo jedhamti. Bara 2009tti, haati ishee ajjeefamuu booda, ajjeechaa ishee irratti abbaa ishee irratti ragaa baate.Dilbata darbe miidhaan cimaan irra ga'uun hospitaala g…
Yaa’ii BRICS cinaatti MM Abiy har’a Pirezidaantii Iraan Masuud Pezeeshkiyaan waliin marii gaggeesseera jechuun fuula Feesbukiisaa irratti maxxanse.Abiy akka hogganaan Itoophiyaa je…
A head-to-head of how Backpack and Phantom advertise on Telegram — the Solana-rooted exchange-and-wallet versus the leading self-custody wallet, their creative and targeting differences, and what the Telegram Ads Spy archive reveals.
How advertisers reach Belgian audiences on Telegram — one of Europe's toughest gambling and ad-restriction regimes pushing operators offshore, a Dutch/French/German language split, and EU-regulated crypto and trading.
How advertisers reach Irish audiences on Telegram — an English-speaking EU member inside the UK-Ireland creative pool, a fintech and tech-HQ hub, EU-regulated crypto and forex, and offshore gambling under a tightening licensing regime.
How advertisers reach Korean audiences on Telegram — the real-name banking regime that pushes activity offshore, one of the world's most intense retail-crypto cultures, gaming and esports adjacency, and won-denominated payment friction.
Flags — the regions we asked our observer pool for while recording this ad in this channel. That is a label on our request, not a confirmed place of viewing: when no account is available in the requested country the pool silently substitutes another and does not say so. It is not the advertiser's targeting country either. We stopped requesting the region on {date}, so newer creatives carry no flags at all. The channel's main country (by its language) is highlighted in blue; regions under 5% are collapsed into +N.